Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa baatii Fulbaanaa akkuma kanaan duraatti itti fufa.

226

Finfinnee, Qaammee 1/2013 (TOI) – Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa baatii Fulbaanaa haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiiseera.

Qaammee 1, hanga Fulbaana 30, 2014tti gatiin Gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa haaluma Baatii Hagayyaan kan itti fufu ta’uu ibseera.