Guyyaan Itoophiyummaa marii paanaaliin kabajamaa jira

60

Finfinnee, Qaammee 1/2013 (TOI) – Guyyaan Itoophiyummaa bakka Pireezdaantiin FDRI Saahilawariq Zawdeen argamanitti marii paanaaliin kabajamaa jira.

Maricharratti Pireezdaantii Mana Murtii Waliigalaa Aadde Ma’aazaa Ashaannaaffi, Itti aantuu Kaantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee dabalatee Ministiroonnii fi hoggantoonni olaanoon biroon argamaniiru.

Saganticharratti qophiiwwan Itoophiyummaa ilaallatan garaagaraa dhiyaachaa jiraachuu ibsameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015