Humni garee Shororkeessaa ABUT adda waraanaa Maayixabiriin lohee galuuf yaale rukatame

84

Finfinnee, Hagayya 27/2013 (TOI) – Humni garee shororkeessaa ABUT karaa Daabaati lohee galuuf yaale rukatamuu hoggantoon adda waraanichatti argaman himan.

Adda waraanaa Maayixabiriin Raayyaa Ittisa Biyyaa, Humna adda fi milishaa Amaaraa, Humana addaa fi milishaa Oromiyaa waliin ta'uun garicha irratti tarkaanfii fudhataniin baay'een isaanii kan barbadaa'an yoo ta'u miseensoonni humana garishaa booji'amanis akka jiran himaniiru.

Meeshaaleen Waraanaa garichi fayyadama turees booji'amuu himameera.

Tarkaanfii garicharratti fudhatamaa jiru keessaatti uummanni gahee guddaa bahaa jirachuus himaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015