Itoophiyaan qormaata amma ishee muudate Injifannoon ni ceeti - Dooktar Abiy Ahimad

106

Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (TOI) – Itoophiyaan qormaata amma ishee muudate Injifannoon ni ceeti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Itoophiyaa injifannoodhaan akka ceetuuf, hundi keenya ashaaraa magariisaa keenya kaa’uudhaan Itoophiyaa yaa uwwifnu jechuun dhaamaniiru.

Itoophiyaa baraaruuf yaa duullu, Biqiltuu dhaabuun Itoophiyaatti haa uwwisuunu jedhan Fuula Feesbuukii isaaniin.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015