Poolisiin Federaalaa haala waqtaawaa biyyaarratti komishinaroota poolisii naannoo waliin yaa’ii aaddaa aariifachisaa gaggeessaa jira

87

Finfinnee, Adooleessa 22/2013 (TOI)- Poolisiin Federaalaa Itoophiyaa haala waqtaawaa biyyaarratti komishinaroota poolisii naannoo waliin yaa’ii aaddaa aariifachisaa gaggeessaa jira.

Waamicha biyyummaa dhiyaatee hordofee kutaa biyyaa hundaatti kan argaman miseensoonni poolisii Raayyaa Ittisaa cinaa dhaabbachuun aarsaa kaffalaa jiraachuu Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Ityoophiyaa Dammalaash G/Mikaa’eel himaniiru.Marichi poolisiin ergama biyyummaasaa caalmaan haalaa cimsuun dandeessusuurratti xiyyeeffateera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015