Bara baajataa darbe boqonnaawwan milka’inaa gurguddoo ta’an hedduun raawwataman – Dooktar Abiy

92

Finfinnee, Adooleessa 16/2013 (TOI) - Gamaaggamni raawwii hojii bara 2013 Ministeeroota waliin taasiifamaa ture xumuramuu Minstirri muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.

Xumura gamaaggamichaa ashaaraa magariisaa kaa’uu ibsaniiru.Dooktar Abiy bara baajataa darbe boqonnaawwan milka’inaa gurguddoo ta’an hedduun raawwatamuu ibsaniiru.

Dandeettii kuufamaa biyyattii guutumaan guutuutti fayyadamuun hojilee hedduun raawwatamuu Dooktar Abiy Fuula Feesbuukii isaaniin himaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015