Hawaasni idil addunyaa gareen ABUT daa’immaan waraanaa keessatti hirmaachisaa jiraachuu isaa balaaleeffachuu qabu jedhame - ENA Afaan Oromoo
Hawaasni idil addunyaa gareen ABUT daa’immaan waraanaa keessatti hirmaachisaa jiraachuu isaa balaaleeffachuu qabu jedhame

Finfinnee, Adooleessa 16/2013 (TOI) - Hawaasni idil addunyaa gareen shororkeessaa ABUT daa’immaan waraanaa keessatti hirmaachisaa jiraachuu isaa balaaleeffachuu akka qabu Qulqulleensi Ragaa Haala Yeroo beeksiise.
Qulqulleensi ragaa haala yeroo Fuula Miidiyaa hawaasummaa isaan akka ibseetti, gareen Shororkeessaa ABUT daa’imman umrii malee dirqiin waraana keessatti hirmaachisaa jiraachuu ragaa qabatamaan jiraachuu himeera.
Yaa ta’uuti hawaasni idil addunyaa dhimmicha callisaan ilaalaa jiraachuu kaaseera.