Pireezidaanti Saahilaworqi Zawdee qophii atleetoota dorgommi Oloompikii Tokiyoorratti Itoophiya bakka bu’uun hirmaatan daawwataan.

785

Finfinnee Waxabajji 30/2013(TOI)- Pireezidaanti Saahilaworqi Zawdee atleetoota dorgommi Oloompikii Tokiyoorratti Itoophiya bakka bu’uun hirmaatan leenjiifi qophaa’ummaasaani iddoo leenjitti argamuun jajjabeessaniru.

Koree Olaanaatun Olompikii Itiyoophiyaa, Pireezidanti Saahialwarqii Zawdee Akkaadaamii Ispoortii Dargaggootatti aragmuun, qophii dorgomtoota dawwataniiru.

Dorgomtonnis bu’aa foyya’aa akka galmeessaniif jajjabesaniiru.