Pireezdaantiin Chaad Idiriis Deebey ajjeefaman

139

Finfinnee, Eebila 12/2013 (TOI) – Pireezdaantiin Chaad Idiriis Deebey haleellaa irra ga’een lubbuun isaanii darbuu ibsameera.

Pireezdaant Idiriis Deebey yeroo 6ffaaf biyyattii bulchuuf filannoo injifatanii turan.

Lola finciltoota waliin gaggeeffameen balaa irra qaqqabeen har’a lubbuun isaanii darbuu ibsameera.

Filannoo Pireezdaantummaa biyyattiitti gaggeeffameen % 80 sagalee uummataa argachuun isaanii ifoomee ture.Fincila waraanaan kan aangootti dhufan 1990tti ture.

Maddi:- BBC

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015