Naannoo Tigraay deebisanii ijaaruuf hirmaannaan qaamoolee hedduutu murteessaadha- Dooktar Abiy Ahimad

84

Finfinnee, Eebila 11/2013 (TOI)-Ministirri muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Tigraayiin deebisanii ijaaruuf hirmaannaan qaamolee hudduu barbachisadha jedha.

Keessaattu naannichaa deebisanii dhaabuu keessaatti hirmaanaan dhalattootta naannichaa murteessadha jedhaniru

Dooktar Abiy Ahimad Fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti, dhalattoota naannoo Tigraay magaalaa Finfinnee jiraatan, dhaabbilee daldalaa, abbootii qabeenyaa fi hayyoota waliin haala waqtaawaa fi naannoo Tigraayirratti mari’achuu himaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015