Dooktar Abiya garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Itoophiyaaf carraa gaarii hawwan

141

Finfinnee, Bitootessa 17/2013 (TOI) – MinistirRI Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Itoophiyaaf carraa gaarii hawwaniiru.

Garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Itoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaa rammaddii xumuraa murteessaa qaba taphachuuf har'a gara Ayivoorii Koosti Abiijatti imaleera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015