Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Giitaa Paasiin har’a gara Naannoo Tigraayitti ni imalu jedhame.

55

Finfinnee,Bitootessa 1/2013(TOI)- Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa Giitaa Paasiin har’a gara Naannoo Tigraayitti ni imalu jedhame.

Dhiyeenya kana Itoophiyaatti Amaasaaddara Ameerikaa ta’uun kan muudaman Giitaa Paasiin har’a gara Naannoo Tigraayitti ni imalu jedhameera.

Ameerikaan lammiilee Itoophiyaa deeggarsa barbaadaniif deeggarsa namoomaa kennuuf ejjannoo qabdi jedhamera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015