Ayyaanni injifannoo Adwaa waggaa 125ffaan magaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaa fi Addababaay Minilikiitti kabajamaa jira.

104

Finfinnee, Gurraandhala 23, 2013 (TOI) - Ayyaanni injifannoo Adwaa waggaa 125ffaan magaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaa fi Addababaay Minilikiitti kabajamaa jira.

Qonnaan Bultoonnii fi jiraattoonni Godina Addaa Oromiyaa Naannawa Finfinnee hedduun ayyaana kana kabajuuf Fardeeniin baay'inaan kan addabaabayii Masqalatti argamaniru.

Sirna kanarratti pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdisaa fi hoggantoonni biroon argamaniru.

Sirna kabaja ayyaana Injifannoo Aduwaa kan addabaabay Minilikitti kabajaame irratti Pireezidantii FDRI Saayilewariq Zawudee , Itti Aantuu KantIibaa Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee fi hoggantoonni kanneen biroon argamaniru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015