Lammiileen Itoophiyaa 115 gara biyyaa deebi’an

79

Finfinnee, Gurraandha 19/2013 (TOI)- Lammiileen Itoophiyaa 115 gara biyyaa deebi’aniiru.

Bakka bu’aan daayreektara jeneraalaa dhimmoota Qonsilaa Ministiraa Dhimma Alaa Buufata Xiyyaaraa Idila Addunyaa Booleetti argamuun lammiilee kanneen simataniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015