Bulchiinsi magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii baatii 6 gaggeesse

64

Finfinnee, Gurraandhala 18/2013 (TOI) - Bulchiinsi magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii baatii 6 bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeesse.

Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanachi Abeebeen gabaasa raawwii hojii dhiyeessaniiru.

Gamaaggamni gaggeeffame galma akka magaalichaatti kaa’ameen kan madaallamu ta’uu Dooktar Abiy ibsaniiru

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015