Waancaan hidha haaroomsa guddicha naannoo Haraar gale. - ENA Afaan Oromoo
Waancaan hidha haaroomsa guddicha naannoo Haraar gale.

Finfinnee,Amajji, 28/2013(TOI)- Waancaan hidha haaroomsa guddicha naannoo Haraar gale.
Waancaan kun yeroo magaalaa Haraar gahuu bakka Hammareessa jedhamutti simanaan o'aan taasifamefira.
Waancaan kun baatiiwwaan 14 Finfinnee kan ture yoo ta'uu kaleessa gara naannoo Haraaritti geggeefame.
Turtii achi turuttis hojii ijaarsa hidha haaromsa guddichaaf kan oolu gargarsaa walitti qabamu guddisuuf ni gargaara jedhamera.
Waancaan kun yeroo itti bulchiinsa magaala Finfinnee turetti birri biiliyoona 2 ol gaaliin ittiin hidhaa haaromsaaf walitti qabamera.