Kuduraalee fi muduraaleen bara darbee dhaabaman waggaa dhufuutti gabaa addunyaaf akka qaqqabaan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.

Finfinnee, Amajjii 23/2013 (TOI)- Kuduraalee fi muduraaleen bara darbee dhaabaman waggaa dhufuutti gabaa addunyaaf akka qaqqabaan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.

Dooktar Abiy fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti, waggaa itti aanuutti oomishaalee gabaa biyya alaatif dhiyeessuuf dandeetti ga’aan muul’dhateera jedhan.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015