Naanno Affar Godina Awsuu-Rasuu Magaalaa Dubtitti manni barnootaa sadarkaa 2ffaa Waajjira Giifti Dureen ijaarame eebbifame. - ENA Afaan Oromoo
Naanno Affar Godina Awsuu-Rasuu Magaalaa Dubtitti manni barnootaa sadarkaa 2ffaa Waajjira Giifti Dureen ijaarame eebbifame.
60
Finfinnee, Amajji, 20/2013(TOI)-Naanno Affar Godina Awsuu-Rasuu Magaalaa Dubtitti manni barnootaa sadarkaa 2ffaa Waajjira Giifti Dureen ijaarame eebbifame.
Manni barnoota kun mana barnoota waajjira Giifti dureen ijaramee eebbifame isa 13ffadha jedhamera.