Toomaas Tuuheel leenjisaa Cheelsii tahuun walii galtee mallatteesse

383

Finfinnee,Amajjii 19,2013(TOI)-Toomaas Tuuheel leenjisaa Cheelsii tahuun walii galtee mallatteesse.

Cheelsiin Firaank Laampaard gaggeessuuni Toomaas Tuuheel leenjisaa haaraa kan qacarate.

Laampaard qe’ee Cheelsiitti jaallatamus qabxii Kilabichi barbaadu garuu galmeessuu hin dandeenye.

Toomaas Tuuheel leenjisaa Cheelsii tahuun walii galtee ji’oota 18’tii mallatteesseera.

Leenjisichi erga Roomaan Abraamooviich Cheelsii dhuunfatanii leenjisaa 15ffaadha.

Madda:-BBC Spor