Pireezdaanti Saahilawarq Zawdeen itti aantuu pireezdaantii Ameerikaa Kaamaalaa Hariisiif ergaa gammachuu dabarsan. - ENA Afaan Oromoo
Pireezdaanti Saahilawarq Zawdeen itti aantuu pireezdaantii Ameerikaa Kaamaalaa Hariisiif ergaa gammachuu dabarsan.

Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (TOI) – Pireezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen seenaa Ameerikaatti dubartii hidda dhiigaa Afrikaa - Eeshyaa itti aantuu preezdaantii Ameerikaa taate Kaamaalaa Hariisiif ergaa gammachuu dabarsan.
Pireezdaant Saahilawarq Kaamaalaa Hariis Ameerikaatti ta'ee Ameerikaan ala dubartoota hedduuf hamilee akka ta'an hin shakku jedhan.
Kaamaalaa Hariis dubartootaaf dargaggeeyyiif balbala bananiiru jedhan Pireezdaant Saahilawarq Fuula Tiwiitarii isaaniin.