Pireezdaantiin FDRI Saahilawrq Zawdeen hordooftoota amantaa kiristiyaanaa fi ummata Itoophiyaa maraan baga Ayyaana Cuuphaan isin ga'e jedhaniiru.

68

Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (TOI ) – Pireezdaantiin FDRI Saahilawrq Zawdeen hordooftoota amantaa kiristiyaanaa fi ummata Itoophiyaa maraan baga Ayyaana Cuuphaan isin ga'e jedhaniiru.

Pireezdaant Saahilawarq Ayyaanni Cuuphaa Hordoftootaa amantaa Kiristaayaanaa maraaf ayyaana gaarii akka ta'u hawwii qaban ibsaniiru.

Wayita ayyaanicha kabajan weerara vaayrasii koroonaaf of eeggannoo cimaa akka taasiisan dhaamaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015