Lammiileen Itiyoophiyaa 91 Beeruutii gara biyya isaanii deebi’an.

64

Finfinnee,Mudde 30,2013(TOI)- Lammiileen Itiyoophiyaa 91 Beeruutii gara biyya isaanii deebi’an.

Namoonni gara biyyaa deebi'an kunneen warra eeyyama hojii biyyatti keessatti hin qabnedha jedhameera.

Libaanonitti Qonsilaan Itiyoophiyaa dhimma isaanii hordoofuun guyyaa har'aa gara biyya isaanii akka deebi’an gochuu eerameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015