Pireezidaant Saahilawaaq xalayaa Ambaasaaddaroota Biyyoota Afriikaa fi Eeshiyaa 7 harkaa fuudhaniiru - ENA Afaan Oromoo
Pireezidaant Saahilawaaq xalayaa Ambaasaaddaroota Biyyoota Afriikaa fi Eeshiyaa 7 harkaa fuudhaniiru

Finfinnee Mudde 14/2013(TOI) -Pireezidaant Saahilawaaq Zaawudee muudama Xalayaa Ambaasaaddaroota haaraa 7 harkaa fuudhan.
Pireezidaant Saahilawaaq xalayaa Ambaasaaddaroota Biyyoota Afriikaa fi Eeshiyaa 7 harkaa fuudhaniiru.
Ambaasaaddaroonni Xalayaa muudaminsichaa dhiyeeffatan Amaasaddara Indiyaa Roobeert Shetkintoonig, Ambaasaaddara Jaappaan Itoo Taakaakoo, Ambaasaarra Chaayinaa Zaahoo Zhiwan, Ambaasaaddara Paakistan Shoozaap Abbaaz, Ambaasaaddara Kooriyaa Kibbaa Kaang Saahookee, Ambaasaaddra Tuuniziyaa Abdalhaamiid Garbii fi Ambaasaaddara Zimbaabuwee Taa’oongaa Muushaawta ta'uu himameera.