
Finfinnee Muddee 3/2013(TOI)- Tiraakiin fiigichaa magaalaa laga xaafoo laga daadhitti ijaarame kun cirrachan kan hojjetame yoo ta’u pirezedaantii mootummaa naanoo oromiyaa fi anga’oonni federeshinii atiletiksii federaalaa bakka argamanitti eebbifame.