Biqiltuuwwan Abuukaadoo fi Muuzii ashaaraa magariisaan dhaabbatan fooyya’iinsa agarsiisa jiru - Dr Abiy

72

Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (TOI)- Biqiltuuwwan Abuukaadoo fi Muuzii waggaa darbee duula Ashaaraa magariisaatin dhaabbatan fooyya’insa agarsiisaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad beeksisan.

Dooktar Abiy fuula Twiitara isaaniin akka beeksisanitti, lammiileen misoomaaf murannoo qabaachuun isaanii kan nama shakkisiisuu miti jedhaniiru.

Biqiltuuwwan dhaabnu firii ni godhatu, kan facaasne ni haamna jedhaniiru Miidiyaa hawaasaa isaanin.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015