Pireezdaant Saahilawarq Zawdee pireezdaantii Waldaa Koreewwan Olompikii Afrikaa Musxafaa Beeraaf waliin mari’atan

971

Finfinnee, Sadaasa 26/2013 (TOI)- Pireezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee pireezdaantii Waldaa Koreewwan Olompikii Afrikaa Musxafaa Beeraaf waliin mari’ataniiru.

Musxafaa Beeraaf yaa’ii waliigalaa Waldaa koreewwan Olompikii biyyaaleessa Afrikaa Dilbata dhufu Finfinneetti gaggeeffamurratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.