Aadde Daagimaawit Mogas Daandii Baaburaa Awaash – Komboolchaa – Gabaa Haaraa ilaalchisuun hoggantoota ijaarsa daandichaa waliin mari’atan

60

Finfinnee, Sadaasa 11/ 2013 (TOI)- Aadde Daagimaawit Mogas daandii baaburaa Awaash – Komboolchaa – Gabaa Haaraa ilaalchisuun hoggantoota ijaarsa daandichaa waliin mari’atan.

Ministirri Geejjibaa aadde Daagimaawit Mogas ijaarsa daandii baaburaa Awaash – Komboolchaa – Gabaa Haaraa ilaalchisuun hoggantoota ijaarsa daandichaa waliin mari’atan.

Aadde Daagimaawit Mogas ijaarsa daandii baaburaa Awaash – Komboolchaa – Gabaa Haaraa ilaachisuun hojiiwwan hafan irratti hoggantoota ijaarsa daandichaa waliin mari’ataniiru.

Waltajjichaan proojakticha haala xumuramuun dand’amurratti mari’achuu ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015