Godina Jimmaatti dargaggoonni aanaa Shabee Somboo gareen gantuu ABUT tarkaanfii Raayyaa Ittisa Biyyaarratti fudhatan kan balaaleefatan tahu himan.

130

Finfinnee, Sadaaasa.02,2013(TOI)- Godina Jimmaatti dargaggoonni aanaa Shabee Somboo gareen gantuu ABUT tarkaanfii Raayyaa Ittisa Biyyaarratti fudhatan kan balaaleefatan tahu himan.

Raayyaa Ittisa Biyyaa Waan danda’an hundaan deeggaruuf qophii guddaa qabnas jedhan.

Nageenya naannoo keenyaas qaamoolee nageenyaa wajjiin ni tikfannas jedhaniiru.

Maddi:- OBN

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015