Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa labsii yeroo ariifachiisa Manni Maree Ministeeroota baase

62

Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (TOI) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa labsii yeroo ariifachiisa Manni Maree Ministeeroota baase raggasise.

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee isaa guyyaa har’aa gaggeesseen mana maree ministeerootaa heera mootummaa fi sirna heera mootummaa balaa irraa ittisuuf labsii ariifachiisaa baase fudhachuun raggaasiseera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015