Manni Maree Ministirootaa Naannoo Tigrayitti labsii yeroo arifachiisaa labsee jira

57

Finfinnee Onkololeessa 25/2013(TOI)- Manni Maree Ministirootaa yaa’ii arifachiisaa 21ffaa har’a taa’een naanoo Tigrayitti labsii yeroo arifachiisaa labsee jira jedha ibsi waajjira Ministira Muummee.

Bu’uura heera biyyattiin sababa rakkoo nanniichaan lammiileen nagaa akka hin miidhamnee fi nageenyi biyyaa rakkoo irra akka hin buunef labsichi labsamu eerrame.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015