Artiist Lammaa Guyyaa boqatan

107

Finfinnee, Onkoleessa 16, 2013 (TOI)- Dooktarri Kabajaa Looreet Artiist Lammaa Guyyaa umrii waggaa 92tti har’a addunyaa kanarraa du’aan boqataniiru.

Sirni awwaalchasaanii Kamisa dhufu sa’aatii 6:00tti Bataskaana Qiddus Gabri’eel Bishooftuutti raawwatama.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015