Mariin Paartilee Siyaasaa Itti fufuunsaa natti toleera jedhan Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad.

80

Finfinnee,Onkolessaa,05,2013(TOI)- Mariin Paartilee Siyaasaa Itti fufuunsaa natti toleera jedhan Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad.

Marii kanaan Paartileen siyaasaa walitti dhiyeenyaan akka hojjetan, dhimmoota haala yeroorratti fala waliin akka kaa'an bu'aa qabas jedhan.

Guddinaa fi badhaadhina biyyaaf mul'ata waliinii kaa'uuf bu'aa qaba jedhan fuula feesbuukii isaanirratti.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015