Lammileen Itoophiyaa 357 har'a gara Itoophiyaatti deebi'anii galan. - ENA Afaan Oromoo
Lammileen Itoophiyaa 357 har'a gara Itoophiyaatti deebi'anii galan.

Finfinnee, Onkololessa,5/2013(TOI)-Lammileen Itoophiyaa 357 har'a gara Itoophiyaatti deebi'anii galan.
Lammileen kunneen yeroo isaan buufata xayyaraa idil addunya boolee gahaan Minisitera biyya alaatti jeneerala dhimmota qonsilaa obbo Masfiin G/maaraam fi kanneen dhimmi ilaallatu simanna tasisaniifiru
Lammilee har'a gara biyya isaanitti deebi'aan keessa 262 dubartoota 95 immo da'immanidha.
Maddi:- Wajjira dubbi hima ministirra biyya alaa