Ministirri Muummee Dooktar Aragaawwii Muudaman

71

Finfinnee, Onkololeessa 05, 2013-Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahmad, Dr. Aragaawwii Barihee, Daarekteera Olaanaa Qindeessaa Mana Maree Hirmaannaa Uummataa Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa gochuun Onkolooleessa 04 bara 2013 muudaniiru jedha Waajjirri Ministira Muummee.

Bakka dooktar Aragaawwii Barihee ammaa itti muudama kana duraan hojjechaa kan tura addee Roomaan G/silaasetu ture.

Dooktar Aragawii Barihee hoogganaa paartii siyaasaa morkataa Paartii Dimookiratawaa Tigiraay jedhamuti.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015