Kurmaana 1ffaa bara kanatti meeshaaleen koontiroobaandii birrii miiliyoona 700 fi miliyoona 20 ol timamamuu too'atamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise

67

Finfinnee, Onkololeessa.04, 2013(TOI)- Kurmaana 1ffaa bara kanatti meeshaaleen koontiroobaandii birrii miiliyoona 700 fi miliyoona 20 ol timamamuu too'atamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.

Meeshaaleen kunis meeshaalee gosa adda addaafi mallaqaa biyyoota garaagaraa ta’uu ibsameera.

Kana keessaa meeshaaleen miiliyoona 500 fi miliyoona 68 ol sirna gumuruuk osoo hin hordofiin gara biyya keessaa galchuuf yaali irra osoo jirani qabamuu Ministeerichi beeksiseera.

Akkasumas meeshaalee birrii miiliyoona 100 fi miliyoona 52 ol tilmamamaan immoo gara biyya alaatti baasuuf sochii irra osoo jiramuu qabamaniiru jedheera.

Ministeera Galiiwwanii irra Odeeffanne.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015