Itiyoophiyaa bakka gara garaatti torbaan kan keessa roobni cimaan ni roobaa jedhamee eegama.

Finfinnee, Onkololeessa 03,2013(TOI)- Itiyoophiyaa keessatti Onkoleelessaa 3 hanga 10 bara 2013 gidduutti roobni cimaa ni roobaa jedhame akka eegamu IGAD beeksise.

Keessattuu kibbaafi Lixaa biyyaatti roobni hanga Miilii litirii 200 olitti roobaa jedhame eegama.

Biyyoota Kaaba Bahaa Afriikaatti argamaan keessatti immoo ho’a hanga seentii gireedii 32 ol galmeessisuu danda’u jedheera.

Biyyoota Afriikaa hafanitti immoo rooba gidduu galeessaa hanga roobaa salphaa akka argatan ibsameera.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015