Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudee xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 9 fuudhan

95

Finfinnee, Onkololeessa 3, 2013 (TOI) - Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudee xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 9 fuudhan.

Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudee Xalayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 9 guyyaa har’aa fuudhaniiru.

Pireezidaanti Saahilawarqi xalayaa muudamaa ambaasaddarootaa fudhaan keessa 7 Awurooppaa yoo ta’u, 2 ammoo biyyoota Afrikaadha.

Pireezdaanti Saahilawarqi Zawidee turtii ambaasaaddaroota waliin taasisaniin hariiroo biyyoota lameenii caalumatti cimsuuf ejjennoo qaban ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015