Dooktar Abiy Ahimadii fi Isaayyaas Afawarqii Jimmaa Yunivarsiitii daawwatan - ENA Afaan Oromoo
Dooktar Abiy Ahimadii fi Isaayyaas Afawarqii Jimmaa Yunivarsiitii daawwatan
97
Finfinnee,Onkololeessa 02,2013(TOI)-Ministirri Muummee Itiyoophiyaa Dr Abiyyi Ahimadii fi Pirezedaantiin Eertiraa Isaayyaasa Afawarqii hojiilee Yuunvarsiitii Jimmaa daawwachaa jiru.
Pirezedaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqii ganama kana Buufta Xiyyaara Jimmaa wayita ga'an Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad simatanii yeroo ammaa kana sochii Yuunvarsiitii Jimmaa daawwachaa jiru.
Madda:-EBC