Pireezidaant Isaayyaas Afawaqii Ityoophiyaa galan

80

Finfinnee, Onkooleessa 2, 2013 (TOI)- Pireezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawqii daawwannaa hojii giyyoota 3f Jimmaa galaniiru.

Pireezidaant Isaayyaas wayita buufata xiyyaaraa Abbaa Jifaar ga'aan Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad simannaa taasisaniifiru.

Muummeen ministiira FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaant Isaayyaas Afawarqiin hariiroo biyyoota lameenii caalmaatti cimsuuf akka mari’atan himameera.

Maddi:- EBC

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015