Guyyaan Alaabaa har'a ni kabajama - ENA Afaan Oromoo
Guyyaan Alaabaa har'a ni kabajama
254
Finfinnee, Onkololessa.02,2013(TOI)-Guyyaan Alaabaa Biyyaalesssaa 13ffaan har'a kabajama.
Guyyaan Alaabaa kunis "Alaabaan keenya nageenya keenyaa, walta'insaa fi badhaadhina biyya keenyaaf"' mata duree jedhuun kabajama.