Walitti dhufeenyi Itoophiyaafi Gamtaa Awurooppaa michooma tarsiimoo cimaarratti hundaa'ee - Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad

69

Finfinnee, Fulbaana 29,2012(TOI)- Walitti dhufeenyi Itoophiyaafi Gamtaa Awurooppaa michooma tarsiimoo cimaarratti hundaa'ee, toora badhaadhinaa keenya deeggaruuf piroojektoota ijoo hedduu kan dhugoomsuu danda'edha jedhan Ministirri Muummee Dr.Abiyyi Ahimad.

Bakka bu'aa olaanaa fi Ittaanaa Pireezedaantii Imaammata Dhimma Alaafi Nageenyaa Gamtaa Awurooppaa, Hoseep Booreel Foonteles waliin kaleessa dhimma garlameefi naannoo irratti marii'achuusaanii fuula feesbuukii isaanirratti ibsaniiru

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015