Sadarkaa biyyaatti rakkoo fayyaa idil-addunyaa, akkasumas balaawwan uumamaa hedduu dandamachuuf tumsaa jirra- Dr.Abiyyi Ahmad

57

finfinnee Fulbaana 18/2013(TOI)-Sadarkaa biyyaatti rakkoo fayyaa idil-addunyaa, akkasumas balaawwan uumamaa hedduu dandamachuuf tumsaa jirra jedhan ministirri muummee Dr.Abiyyi Ahmad.

Dhaabbilee federaalaa yeroo kanatti gitootasaanii naannoo waliin ta'uudhaan awwaannisa gammoojjii ittisuuf carraaqqii olaanaa taasisaa jiran galateeffachuun barbbada jedhan Dr.Abiyyi barreeffama karaa FB isaaniin.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015