Itoophiyaatti namoonni miliyoonni 1 ol sababa lolaatiin Rakkof saxilbahuu komishinichi beksise

64

Finfinnee Fulbaana 13/2013(TOI)-  Balaa lolaa yeroo darbe mudatee tureen naannolee gara garatti lammiileen miliyoonni 1 ol balaaf kan saaxilaman yoo ta’u  lamiileen kuma 313 ol qa’ee irraa buqqa’anii jiru jedhe komishiniin ittisa soda balaa federaalaa.

Warra buqqa’aniif deeggrasi adda addaa godhaaa jiraachuu itti aanaan komishinichaa obbo daammanaa daarotaa ibsanii jiru.

Yeroo itti aanus iddoowwan gara garaatti balaan lolaa mudachu waan danda’uuf of eeggannoon barbaachisadha jedha abbaan taayitaa sululawanii. EBC gabaase.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015