Ministirri muummee dooktor abiyyi ahamad hojii galii walitti qabuu piroojetii Wancii, Koshaa, fi Gorgoraa maal irra akka jiru koree Gabataa biyyaaf jedhu waliin marii jalqabaniru

86

Finfinnee, 6,2013(TOI)-Ministirri muummee dooktor abiyyi ahamad hojii galii walitti qabuu piroojetii Wancii, Koshaa, fi Gorgoraa maal irra akka jiru koree Gabataa biyyaaf jedhu waliin marii jalqabaniru

Hojjetoonni mootummaa piroojekiticha galmaan gahuuf miindaa ji'aa tokkoo gumachaniru.

Lammileen Itoophiyaa fi dhalootaan Itoophiyaa ta'aan kan biyya alaa jiratan gargarsaa piroojetoota kanaaf tasisaan herregaa baankii sharafa biyya alaatii galchuu. Gargarsaa hawasaa irra argamanii fi kanneen haga ammaatti waadaan galanii fi kan gara fuulaa durati walitti qabuuf karoorfame dabalatees cimisuun maallaqa piroojetonni kun ittin hojjetamuuf karoorfamee birri Biliyoona sadii waltti kan qabamu ta'uu ragaan waajjira ministirri muummee irra argamee ni mul'isa.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015