Yeroon Filannoon waliigalaa 7ffaa baranaa itti gaggeeffamu ifoome - ENA Afaan Oromoo
Yeroon Filannoon waliigalaa 7ffaa baranaa itti gaggeeffamu ifoome
Sadaasa 30/2018(TOI)- Boordiin filannoo biyyaalessaa yeroo filannoon waliigalaa 7ffaa baranaa itti gaggeeffamu ifoomseera.
Haala Kanaan filannoo walii galaa 7ffaaf guyyaan sagaleen itti kennamu Caamsaa 24 bara 2018 ta’uu beeksiseera.