Tamsaasa Kallatti:

Kantiibaa Adaanech Abeebee kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftoo bakka jiraattonni Piyaassaa itti galan daawwatan

Sadaasa 28/2018(TOI)- Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftoo bakka jiraattonni Piyaassaa itti galan daawwachuusaanii beeksisan.

Kantiibaa Adaanech wayita kana “daa’imman bakka iitti taphatan mijataa, dargaggoonni dirree Ispoortii fi Suuqiiwwan jiraattotaaf carraa hojii uuman akkasumas bu’uraaleen misoomaa waloon itti fayyadaman guutameefii gammadanii arguu keenyatti guddaa gammanneerra” jechuun ibsaniiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015