Tamsaasa Kallatti:

SagantaanWaancaa Itiyoophiyaa marsaa2ffaan har’aa fi boru gaggeeffama

Sadaasa3/2018(TOI)-Waancaa Itiyoophiyaa marsaa 2ffaaoolmaasaa Guyyaa jalqabaan taphoonni  Afur gaggeeffamu.

Injifattaan morkichaa Walaayittaa Diichaan Yuunvarsitii Walwaloo Addagiraat waliin guyyaa sa’aatii 9:00 Istadiyeemii  Yuunvarsiisttii  hawaasaatti  ni taphatu.

Humna Ibsaa Itiyoophiyaa,madin Itiyoophiyaa waliin guyyaa sa’aatii 4:00tti, Magaalaan  Arbaaminci, Qiddus goorgis waliin  guyyaa sa’aatii 9:00 taphasaanii gaggeessuu.

Bunni Beenchi maajii,gaamooCaanchaawaliin Istaadiyeemii Atrifishaalii Hawaasaatti gaggeeffama.  

Boru  taphoonni waancaa Itiyoophiyaa   12 ni gaggeeffamu.

Dorgommii marsaa jalqabaan kilaboonni liigii olaanoo qofaan kan hirmaatan yoo ta’u  gareewwan  injifatan  marsaa 2ffaan  piriimer liigii Itiyoophiyaa waliin  walitti  makamuun ni taphatu.

Walaayittaa diichaan  waancaa Itiyoophiyaa  waktichaa Injifateera.

Gareen Waancaa Itiyoophiyaa Injifatu waggaa itti aanu Itiyoophiyaa bakka bu’ee waancaa  konfedereeshinii CAF  irratti hirmaata.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015