Jilli pirezedaantii mootummaa naannoo Amaaraa Tamasgeen Xuruneen durfamu samaraa gale

60

Finfinee Hagayya 9/2012(TOI)- jiilli pirezedaantii mootummaa naannoo Aamaaraa Obbo Tamasgeen Xuruneen durfamu lammiilee balaa lolaan miidhaman deeggaruuf naannoo Affar Samaraa galan.

Jilli kun wayta buufat xiyyaara Sulxan Alimiraa gahu pirezedaantii naanichaa Awwal Arbaa dabalatee anga’oota naannichaan simannaan godhameef jechuun dhababata sabqunnamtii amaaratu gabaase.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015