Komishiniin Dhimma Bulchinsa Daangaa fi Eenyummaa garee qorannoo fi hiikkaa toohatu moggase

82

Finfinnee Hagayya 7/2012(TOI)- Komishiniin bulchiinsa daangaa fi Eenyummaa garee dhimma qorannoo fi qo’annoo hordofu fi deeggaru koree teknikaa misensota 7 qabu moggaasuu beksise.

Komishinichi yaa’ii idilee 9ffaa hagayya 5/2012 geggeessuu beksise.

Gumichi gabaasa bara 2012 fi karoora 2013 irrati mariyatee raggasise.

Ciminoonni jiran jabaatani laafinni mul’ate bara 2013tti akka fooyya’u misensonni komishinichaa ibsanii jiru.

Dhimma eenyummaa fi daangaa bulchinsaan walqabatee gaafilee ka’an irrati qoranno fi qo’annoo geggeessuuf yunivarsiiti finfinnee waliin waligalteen qorannoo geggeesuuf waligalamee jiraachuutu himame.

Bu’aan qorannoo kun dafee akka dhumus deeggarsa barbaachisu akka tasisu komishiniin kun beksise jira. Maadi EBC dha.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015