Namoonni haaraan 943 Covid-19'n qabamuun, 23 lubbuun darbe

61

Sa’aatii 24 darbe keessatti Saamuda qoratame 14,540 keessaati namootni 943 vayirasichaan qabamuun mirkanaahe jedhe ministeerri fayyaa.

Waliigalatti namoonni vaayirasichaan qabaman 25,118 wayita qaqqabu, Namoonni sababa vaayirasichaan du’an 463 gahaniiru.

Namoonni 338 dhibicharraa bayyanachuus Ministirri fayyaa Dr Liyaa Taaddase ibsaniiru.

Namoonni 178 dhukkubbii jabaarrairra jiru.

Tajaajila Oduu Itiyoophiyaa
2015